It is with great pleasure that I state the successful completion of our “Be A Hero” campaign. Thru the concerted efforts of hospital staff and community, we were able to collect a total of 124 units of blood. Considering the fact that this was the first blood donation campaign for Moyale, this is a huge accomplishment. I would like to thank all those who participated and helped us out during the campaign. I would also like to thank Mr Girma and his team from Goba Blood Bank for making this possible. For those who missed out on this event, and those who would like to participate again, we will have a second campaign after 3 month (date to be announced soon.) We look forward to seeing you then. With Much Appreciation Dr Ahmed Ibrahim (Chief Clinical Officer) Dhaadannoon keenna “Goota Tai” jedhu milkii gaariin xumurame jira. Gama hojjattoota hospitaalaatiin ummataatiin. Dhiiga uuniti 124 ta’u arjoomamuun danda’ame jira.
Akka duula dhiiga kennaa jalqaba gageeffametti milkii guddaan xumurame jira. Namoota duula kana irratti nu deeggaran hundaaf galanni keenya guddaadha. Dabalataan Obbo Girmaafi tiimi baanki dhiiga gobbaa irraa dhufaniif galanni keenya guddaadha sababa hojii kana akka danda’amu taasisaniif. Namnonni carraan kun darbeef kan hirmaachu barbaaddan carraan kuu irra deebiin jia sadi booda irra deebiin waan gaggeeffamuuf hirmaachu dandeessu. Kakka’umsa guddaafi abdiin isin eegna Dr Ahmed Ibrahim (Chief Clinical Officer) |
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |