Moyale Hospital proudly announcing the second round of our Be A Hero Blood Donation Campaign19/4/2017
Greetings All We here at Moyale Hospital are pleased to announce the second round of Be A Hero, Save A Life blood donation campaign. We are hoping to build on the success of our previous campaign where we managed to collect 124 units of blood, breaking the record held for most units collected in a single campaign in Oromia region. The second campaign will be held from Sunday April 23/Miazia 15 2009 to Wednesday April 26, 2017/Miazia 18/2009. Details of the campaign are available at our website www.moyalehospital.weebly.com/goota We look forward to seeing you then Dursine nagaan hundaaf
Hospitaalli mooyyalee duula dhiiga gumaachuun lubbuu baraari marsa lammaffaa labsuu isaa kabajaan ibsa. Milkii marsaa tokkoffaa irratti gaafa guyyaa sadaasa 3 irraa eegalee hanga kibxata 6 2016 tti gaggeeffameen dhiiga yuunitii 124 sassaabuun injifannoofi galmee jalqabaa oromiyaa keessatti galmeessisuu dandeenye jirraa. Marsaa 2ffaas gaafa guyyaa Ebila sanbata 15/2009 irraa hanga Roobii 18/2009 tti gaggeessuuf karoorfame jira. Odeeffannoo dabalataaf maaloo weebssayitii keenya ilaala www.moyalehospital.weebly.com/goota akka dhuftanii nu wajjiin hirmaattan abdii qabna. |
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |