Manaajimantiin hospitaala mooyyale gaafa October 10 walgayi guyyaa tokko qopheessuun buufataale fayyaa naanno isaa jiran wajjiin marii gaggeesse jira marii kana irattis raawwiin buufataale ilaalamuun karooris ba’ee jira. Dhimmoonni TB fi HIV baldhinaan iratti mariatamani jirani.
Koreen Boordii hospitaala kan bulchaa Aana Mooyyalee Obbo Galgalo Baggajjoo durfamu walgayii isaa idilee kurmaana lamaffaa gaafa guyyaa October 2 taa’e jira walgayicha irattis dhimmi raawwi hospitaala mooyyale baldhinaaan ilaalamuun rakkooleen turanis koreen manaajimanti hospitaalichaatiin dhiyaate jira.
The Governing Board of Moyale Hospital, chaired by Mr Galgalo Baggajjo held its regular second quarter meeting on October 2. A report was presented on achievements and challenges by the senior management and selected performance indicators were reviewed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |