The Quality Management Committee arranged a half day community meeting on June 25 at the Woreda Administration Bureau. Senior management and staff lead the meeting. Community representatives from all 10 kebeles were present and raised their comments and concerns. A formal report is being compiled and Committee will work with Senior Management to address the issues that were raised.
Koreen qulqullina walgayi walakka guyyaa ta’u biiro bulchiinsaatti manajimanti hospitaalichaafi hojjattoonni dhiyaachuum gandoota hunda keessa bakka bu’aan dhufuun dhimmoota hospitaala irratti mari gaggeessun komiiwwaanii fi yaada ummata irraa dhiyaatan qindeessuun koreen qulqullinaaf koreen manaajimanti wajiin ta’uum rakoowwan ka’an irratti furmaata ni barbaada.
Moyale Hospital conducted a staff orientation training on the WHO Safe Birth Checklist from June 21-22. This was part of a launch event for use of one of two risk reduction tools being implemented by the Quality Management Committee of the hospital. The checklist was modified for the local context and is being used by labour ward staff as of June 23. Two couches from the labour ward will continually monitor the checklists implementation and best performers from the staff will be identified every month. So far the experience with its use has been positive and this will lead to improved service delivery in the ward.
Gama koree qulqullinaatii hojjattoota kuta OR tiif leenjiin Guyya 23 June akkaata checklistiin ittinguuttamu kennanneefi jira Kunis meeshaale miidhaa xiqqeessuuf tajaajilamnu keessaa tokkoodha kan hojii irra akka oolu taasisu koree qulqullinaatiin guyyaa june 26 irraa eegale hojii irra oole jira.torbee dura keessatti rakkooleen mudatanis akka addaan hin cinneeff tattaaffachuun akka baqaqsani yaaluu nagaa (safe) ta’u godhama jira
Moyale Hospital Quality Management Committee conducted a training on use of the WHO Safe Surgery Checklist on 23rd of June to staff at the Operating Room. This was part of a launch event for use of one of two risk reduction tools being implemented by the Quality Management Committee of the hospital. Use of the checklist has been started for all OR cases as of June 26. Experience from the first week has shown that despite certain problems, the checklist has not disrupted usual work flow and will continue to support the safe surgical practices in the OR.
Walgayi hojjata wajjiin gaggeessineen hubannoon WHO Safe Childbirth Checklist guyyaa June 21-22. Kenname jira kanuma irratti hundaa’uun sagantaan kun labsame jira kan deggaramus gama koree qulqullinatiin ta’a checklistichi akka tolutti sirraa’e hojattoota kutaa da’umsaatin guutamu eegalame jira koochiiwwan daumsa lamaan qabnu keesatti cheeklisti kana hojii irra oolchuun ji’a hundaa namoota haala gaariin guutan addaan baasa jajjabeessuun itti fayyadamna kunish hojii keenya fooyseessu keessatti shoora olaana qaba
Guyyaa qulqullinaa dubartoota moora hospitaaala guutu qulqulleessuun timiin (gareen) dubartoota hospitaala mooyyaale. Guyyaa June 26 irraa eegale moora qulqulleesse jira kanuma faana qulqullina magaalas gaggeeffamee jira.
An All-Women team from Moyale Hospital staff conducted a one day cleaning campaign in the hospital compound on June 16. This ran in parallel to a similar campaign being held in the city on the same day.
Ogeeyyin ogummaa hedduu qaban qajeelcha eegumsa fayyaa godina booranaa fi Hospitaala Yaaballo wajjiin ta’uun deeggarsa torbaan tokko ol ta’u kennani jiru deeggarsa hojjattoota gubbaa hanga jalaatti kutaalee bulchiinsa,kenniinsa tajaajila fayyaa,faaynaansi fi kkf ilaaluun gabaasni guyyaa May 23-June 3 tti galma bulchiinsa Aanaa Mooyyaleetti marii hojjattoota guutuufi miseensonni ummata argamanitti baname jira walgayichis kan durfameen obbo Dheenge Boruu(hooggana Qajeelcha Eegumsa fayya Godina) Obbo Galgalo Baggajjo (bulcha Aana Mooyyale fi Walitti Qaba Kore Boordi Hospitaala) fi Obbo Bonayya Liiban(hojii gaggeessa olaana hospitaala) walgayichi rakkoolee ka’an irratti akka hojjatamu hojjattoota wajjiin waligaluun xumurame jira. Deegarsaafi too’annoonis gara fuulduraatti karoorfame jira.
A multidisciplinary team from Borena Zone Health Office and Yabello Hospital conducted a week long supportive supervisor at Moyale Hospital from May 23-June 3. The team did a top-down assessment on all aspects of governance, finance and service delivery at the hospital. The report was presented on June 3 at the woreda administration hall. This was followed by a panel discussion on findings with the hospital staff and members of the community. The panel discussion was chaired by Mr Denge Boru (Head of Borena Zone Health Office), Mr Galgalo Guyo (Chairperson of Moyale Hospital Board) and Mr Bonaya Liban (CEO of Moyale Hospital). The meeting was concluded by a pledge by senior management and staff to work on problems that were identified. Follow up supervisions were planned in the near future.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |