In collaboration with the Ethiopian Red Cross Society, Dr Ramzi Yessuf (Head of Emergency OPD), gave a 2 day training on First Aid for Red Cross volunteers in Moyale. The training covered a range of issues that are commonly encountered during emergency and trauma situations in the city. Lectures supported by hands on practical sessions and audio-visual presentations were given to the participants. Speaking on the occasion, Dr Ramzi stated that research from other parts of Africa has shown accident and emergency victims receive substandard to no care before being transferred to health facilities. Thus, armed with this knowledge, it is hoped that these volunteers will deliver quality and evidence based pre-hospital treatment to victims in Moyale. -----------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------
Dhaabata walda fanno diima itoopiyaa waliin ta’uuni Dr.Ramzi Yusuuf (Ittigaafatama kutaa dhibee Ariifachiisa),leenjii fedhii irrattii hunda’e guyya lammaf hojjattotta walda fannoo diimatif keneera. Leenjiin mataa duree baldhaa kana goonfatte yoo ta’e.dhibeen balaa traafikaattin walqabatte kana akka luuqa’insa foonittii fi caphiinsa lafee xiyeeffannon gahaan itti kennamuudhaani mariin baldhan geegeffameera.Akkasumas leenjin kenamee vidiyoo barbaachisoo taaniin fi agarsiisa barumsa kennanii kana deegarame ture. Qorannoonni biyyootta Afrika bira keessatti geeggeeffame akka agarsiisuutti,gaargaarsa miidhama balaa traafikaatiif hoospitaalan duraatti kennamu baay’ee gad bu’a kana ta’ee yoo ta’u.leenji’ootni kuni beekumsa fi oggumma argaatani kanatti fayadamuuni gargaarsa barbaachisa hospitaalani duraa balaa tasaa tin waliqabatte miidhamtootaf akka godhani abdii qabna. Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |