Ogeeyyin ogummaa hedduu qaban qajeelcha eegumsa fayyaa godina booranaa fi Hospitaala Yaaballo wajjiin ta’uun deeggarsa torbaan tokko ol ta’u kennani jiru deeggarsa hojjattoota gubbaa hanga jalaatti kutaalee bulchiinsa,kenniinsa tajaajila fayyaa,faaynaansi fi kkf ilaaluun gabaasni guyyaa May 23-June 3 tti galma bulchiinsa Aanaa Mooyyaleetti marii hojjattoota guutuufi miseensonni ummata argamanitti baname jira walgayichis kan durfameen obbo Dheenge Boruu(hooggana Qajeelcha Eegumsa fayya Godina) Obbo Galgalo Baggajjo (bulcha Aana Mooyyale fi Walitti Qaba Kore Boordi Hospitaala) fi Obbo Bonayya Liiban(hojii gaggeessa olaana hospitaala) walgayichi rakkoolee ka’an irratti akka hojjatamu hojjattoota wajjiin waligaluun xumurame jira. Deegarsaafi too’annoonis gara fuulduraatti karoorfame jira.
Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |