As part of the efforts in continuously updating clinical staff, the Quality Management Committee facilitated the start of Continuing Medical Education sessions at the hospital. The sessions were 20-30 minute long interactive presentations on relevant health topics in the community. Clinical staff from different service delivery units attended the presentations. The first 3 sessions were on Updates on management of AGE in Pediatrics (by Dr Hiwot Terefe), Management of DKA (by Dr Iman Abubeker) and Evaluation of Back Pain (by Dr Dereje Giduma). The discussions that followed helped in identifying common problems that were faced by staff and patients related to the topics. Further sessions are in the works and will be announced in the near future. Yaalii oggeeyyii fayyaa odeeffanno haara gonfachiisuuf godhamu keessatti,koreen qulqulina hojji too’atu( quality management committee) barumsii medikaala hospitaala keessatti akka eegalamu haala mijeesite .Dareen kun daqiiqa 20-30 kana fudhatuufi,mataa duree dhukubootta hawaasa naanno keenya irratti kana xiyyeeffate dha.Daree kana irratti oggeeyyiin dipaartmenti adda adda irraa dhufani hirmaataniiru.
Dareen sadeen jalqaba oddeffanno haara yaali dhukkuba gara kaasa ijjoolle didiqo mudatu (Dr.Hiwot Tafassatin), yaali rakko dhukuba sokaaraatin waliqabate(Dr.Imani Abubekerittin) fi sababoota dhukkuba dugdaatiin waliqabatani(Dr.Dereje Giduma) kana dhiyaatani yoo ta’u dareen booda mariin baldhaan rakkolle yaalii wajjin waliqabatani oggeeyyi mudatani irraatti xiyeefate geeggeffame.dareen biraa hojjatama waani jiruuf yeroo itti aanutti beeksifna. Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |