As per the plan laid out in June 3, the follow up supportive supervision was done by a multidisciplinary team from Yabello Hospital and Borana Zone Health Office from August 22 to 31. The team completed a comprehensive evaluation on all aspects of governance and service delivery at the hospital. Several areas of improvement were identified, such improved implementation of CASH initiative in the Emergency OPD, Ethiopian Hospital Reform Implementation Guideline (EHRIG) standards with regards to Nursing Care and Quality management; and department 1-5 forums in the Laboratory Department. By far, the best achieving department was the Labour and Delivery Ward, having shown significant improvement in all aspects of evaluation. Areas where progress was less encouraging were also identified. The hospital administration made a pledge to work on these issues and design practical action plans and initiatives to address them. Akka waxabajjii 3,bara 2008 A.L.H karoorfameeti hordofii fi deegarsi garee adda adda ofi keessatti hamate walta’iinsa Qajeelchaa Eegumsa fayyaa Godina booranaati fi Hospitaala yaballoottin guyya August 22 hanga 31geeggeffame.
Garee kuni gamaagama kallatti bulchiinsa fi tajaajila hospitaalatti kenamu hunda geeggesite xumurte.Naannoo heddutti fooyya’insi akka jiru addan baafameera.Fooyya’u inisheetiivii CASH(clean and safe hospital)(hospitaala qulqullu fi mijata uumuu) kana kutaa dhibee ariifachiisa,qabxiille qajeelfama hojjira-oolma jijjiirama hospitaalootta Itiyoopiyaa keessatti tuqamani guutachuun waliqabate;gama kunuunsa naarsootati fi bulchiinsa qulqulina hojjittin foyya’insii guddan argameera.Marii tokko shaneetiin waliqabatee kutaa laboratoorii keessatti fooyya’iinsi muldhatera. Akka walii galaatti kutaani gadaamessa fi daa’umsa kallatti gamaagama hunda’anu daran qabxii olaa’ana galmeessuu milkaa’aniru. Kutaallen jijjiraama gadi’ana galmeessanille addan ba’ani turani.Manaajimentiin hospitaala dhimmotta kanarratti karoora fuldura baafachun cimee hojjachu akka qabu erga keena dabarsina. Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |