Aanaan mooyyale ayyaana dubartoota waggaa guyyaa june 26 irratti haala gaariin kabajani jirai kabajuma kana irratti hojigaggeessaan hospitaala mooyyaalee galma bulchiinsa Aanaa mooyyaleetti argamuun ayyaana kana bifa hoowwa ta’een kabajuun dhimmoota hospitaalas irratti mar’atani jiru.
Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |