The labour and delivery ward proved itself once again as it exceeded expectations in implementing all standards being evaluated during the supportive supervision. The ward set an example to the rest of the hospital by designing and executing an effective action plan addressing all the issues that were identified in the 1st supportive supervision session. Tamiru Habtamu, head of the ward, stated that the secret to their success was the strong motivation and teamwork each member of the ward shows. The ward has pledged to maintain the high standards it set during the assessment. Hordoffi fi deegarsa geeggeffameene waardiin da’umsa fi gadaamessa
Qabxille gamaagama barbaachisani hunda raawwachuunammasi olaa’antumma isaanii goonfatani.Duubi –deebii gaafa horodoffi fi deegarsa 1ffa kenameef irratti hunda’uuni karoora baafatani sirriitti raawwachuuni kutaalle hospitaala kana birootifisi fakkeenya gaari ta’aniiru.obbo Taamiri Habtaamu,Ittigaafatamani kutaa kana akka jedhanitti;Iccittini milka’ina keenya kaka’umsa cimaa fi gamtaani hojjachu miseensoota kutaa hundatti jedhu.kutaani kuni qabxille hojjii irra oolcha kana ittifufiinsaan akka hojjattani waada galaniiru. Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |