Walgayiin dhuma waggaa hojjattoota wajjiin guyyaa June 31-July 1. Gaggeeffame jira manajimantiin hospitaala gabaasa raawwi waggaa fi karoora bara itti aanu irratti dhiyeesse jira ajandaa dhiyaate irratti mariin hoo’aan hojjattoota wajjiin gaggeeffame jira walgayichis hojjattoota gaari galmeessan badhaasuufi rageessuun xumurame jira.
Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |