Moyale Hospital Quality Management Committee is pleased to announce that with the help of Goba Blood Bank, we will be conducting The First Mass Blood Donation Campaign for Moyale Woreda. Blood donation is a lifesaving treatment that causes no harm to the blood donor. Any voluntary person above the age of 18 years is eligible to donate blood Goba blood bank will provide one unit of blood to the hospital for each person who donates blood on the campaign. Thus, your donation will directly impact lives saved at the hospital. The campaign will be on Hidar 19 2009/November 28 2016 in the hospital compound. Koreen qulqullina hospitaala mooyale baankii dhiigaa gobbaa wajjiin ta’uun duula kennaa dhiiga kennuu gaggeessuuf qophaau isaa gammachuun ibsaa Aana mooyyaleetiif duula jalqabaa gaggeessuuf deemna
Dhiiga arjoomuun lubbu baraaruufi nama kennuu iratti miidha tokkollee hinqabneedha namni umriin isaa 18 ol ta’e hundi akka kennuu danda’uudha baankiin dhiiga gobbaa dhiiga kenname tokkoof dhiiga qoratame dhukkuba irraa bilisa ta’e tokko deebisani nuuf kennu.dhiiga kennuun keessan hospitaala irratti lubbuu baraaru iratti bu’aa guddaa kan qabuudha Duulli dhiiga kennuu kan gaggeeffamu gaafa guyyaa 18/3/09 E.C ykn 28/11/2016 G.C tti moora hospitaala keessaatti geggeeffamuudha. Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |