The EC committee is pleased to announce the first beneficiary of the fund. Yihun Debebe, a 20 year old male from Moyale, presented to our hospital on 12/03/09 and was discharged improved on 13/03/09. Yihun had no family or friends with him when he came to the hospital. And due to the sudden nature of his illness, he did not have the financial means to cover his stay in the hospital. With the help of your generous membership, the Gargara Fund was able to cover his investigation, medication, hospital stay and meal expenses. We thank all members of the fund in enabling us to make this possible. New members are always welcome so please contact us if you want to join. Komiteen Gargara fund gargaarsa jalqabaa inni dhukkubsataf taasisee siniif ibsuu ta’a.
Maqan isaa Yiune Debebe jedhama Nama ganna 20 yeroo ta’u saallii isaas, dhiira, gaafa guyyaa 12/03/09 hospitaala keenya yaalaf dhufee erga gargarsa barbaachisu karaa gargaara fundiitin argatee booddee gaafa guyyaa 13/03/09 fayyee gara mana isaatti galuu danda’ee jira. Yihun yeroo hospitaala keenya dhufutti firaaf, hiriyaa isa gargaru kan of biraa hin qabne ture, sabababii kanaaaf yeroo dhukkubsatee hospitaala keenya dhufeettis kanfalatii yaalaf isa barbaachisu kanfaluu hin danda’u ture Yeroo kanattii sababa isiin hirmaana miseensumma gargaara fundiin taasiisaa turtaniin baasii isaa barbaachisu, kan labiraatoorii, qorsaa, fi nyaata kanfaluufii dandeenyee jirra Kanaaf miseensoota gargaraa fundi milkaa’ina nama boonsuu kanaan nuu geesistan hundii galatni keenya guddaadha Miseensootii haareenyi miseensa fundi kana ta’uu feetan hundi dhuftanii miseensummaa ta’uu dandeessu Comments are closed.
|
News
Here you will get the latest on all our activities. Archives
August 2017
Categories |